Saalaaddin Sa'iid jaalala kubbaa miilaaf qabu maatii isaa irraa akka dhaale dubbata. Abbaan Saalaaddin taphataa magaalaa Jimmaa ture. Obboleessi isaa angafaa garee kubbaa miilaa Bunaa, akkasumas garee ...
''Of dhaggeeffachuun, yeroo sirrii tahe irratti dhaabi'' jechuu qabda,'' jedhe Haazaardi. Haazaardi erga kontiraata isaa Maadirid waliin xumuree bilisaan bahee kilaba osoo hin argatiin tureera.